Maxxanfama jalala

#Jaalala_Dhugaa😍
………..🥰………
Jaalala dhugaatti
An hin beeku qoosee
Garuu kankee adda
Fanjii natti dhoosee

Yeroon si daawwadhu
Ija keetu kuula
Danda’ee hin dhaabbadhu
Dachetu naan guula

Miira kootu madda
Mormakee yoon suufu
Bareednikees adda
Si laalee hin quufu

✍..by @Feisal Ahamedin
Guddaa Galatoomaa!

Leave a comment

Design a site like this with WordPress.com
Get started