Mataa Dhukkubbii (headache) Akkamiin Ofirraa Hir’isna?

1. Koomputerooraa fi moobayilii irraa gidduu gidduutti boqonnaa fudhachuu. 2. Bishaan fi dhangala’aa biroo sirriitti dhuguu. 3. Waan hojjannu irraa boqonnaa fudhachuu 4. Nyaata altakkaatti baay’ee nyaachuu irra xixiqqeessanii itti deddeebi’anii nyaachuu 5. Uffata bishaan qor’aan cuuphanii adda ofiirra kaa’achuu. 6. Gaafa qaama dhiqannu bishaan ho’aadhaan dhiqachuu. 7. Alkoolii dhuguu dhiisuu ykn baay’ee xiqqeessanii dhuguu. […]

Mataa Dhukkubbii (headache) Akkamiin Ofirraa Hir’isna?

Leave a comment

Design a site like this with WordPress.com
Get started