Maxxansaa yalludhaa

Bareedaa/dduu koo               guyyaa      osoo sin argiin     
    dabarsuuf  
yeroo hundu naf  dukkaana

                An si yaaddun ala Hojii kan hin                qabne jaala too /koo akkam         mootii kiiyaa/Tiiyaa Onnee?


Hin dagatiin Yoomuu Iddoo wayii namni baay’ee si jaalatu akka jiru

Yoon du’e  na awwalii,
Osoon jiruu immoo
Naa jaalladhuu

Leave a comment

Design a site like this with WordPress.com
Get started