Meeka’een barreessa
Walaloo jaalalaati
Mar’imaantu gubatee
Keessoo onnee kooti.
Jacha ja’ee Ibsuudhaaf
Onneetu koo dhawataa
Jiruunkoo jaalalakeef
Boqqonnaa nadhowata
Barbaada jaalalakeetin
Guyyaan abjoodhaa
Yoonin dubbadha ja’ees
Jachoota naa hudhaa.
Hiriyyeetoo ganama
Loosha nyaara kuulaa
Onnee Siif banamtee
Sumaatu Cufa hulaa..
Faayaato ganamaa
Dhugaan sijaaladheti
Siin abdaadha Eega
Abdii rabbii gadiiti..
✍..by @Feisal Ahamedin
Guddaa Galatooma!

Leave a comment