Category: Uncategorized
-
#Shurubeetoo 🥰❤🥰
Shurrubbeetoo! ❤️💚❤️ ❤️💚❤️Ati naaf ijakootiAgartuukoo isan qabuSiidaan jaalalakeeYoomuu kufee hincabu Ittinaan dhaadadhaaIsa jaalallee hin qabneeJaalala teetu yoomuuOnnee tiyyaa keessan cabne. Oromtittiitoo sanyii EebbisaaDamma nadhii walalaaLookootoo morma lawweeGootittitoo haadha jaalalaa Faaya sanyii mootiiSanyii kismaayyoo muussaaFakkaatti tan hin qabneeEenyun sii wal qixxeeysaa. Leemmootoo yaa leensaQal’ootoo mudhii soonsaaAti naaf ulfinaJaalallikee naboonsa Magaallee nyaara kuulaaBashaasha irgoo tumaaAtiis yoomuu tiyyaaAniis…
-
Welcome to New year’s Ethiopia 🇪🇹
Baga Bara 2015 Nagaan Geessan! Barri haaraan kun Kan Nagaa kan Jaalala Kan Tokkummaa Kan gammachuu isiniif haa ta’u …
-
Maxxansaa jalala
Jaalala dhugaadhaanOnneen koo baqeeraHundumaayyuu dhiiseeGara keet’ maqeeraSin jaalladha yoomuuFaaya koo ganamaaMi’aa sagalee keenQalbiin koo saaqamaaEeggataa na gooteeKan biraatti hin maqinKeessa onnee keetiiRaawwattee nan haqin! Addunyaa jaalalaaKeessa na seensifteeAkka narraa hin gorreQofaa na teessiftee!Sin jaalladha jedheeSobee sin lafafuAchi sirraa goreeQarshiit’ Sin sharafu!
-
Maxxansaa jalala
Jaalala dhugaadhaanOnneen koo baqeeraHundumaayyuu dhiiseeGara keet’ maqeeraSin jaalladha yoomuuFaaya koo ganamaaMi’aa sagalee keenQalbiin koo saaqamaaEeggataa na gooteeKan biraatti hin maqinKeessa onnee keetiiRaawwattee nan haqin! Addunyaa jaalalaaKeessa na seensifteeAkka narraa hin gorreQofaa na teessiftee!Sin jaalladha jedheeSobee sin lafafuAchi sirraa goreeQarshiit’ Sin sharafu! ❤❤ waan ofii too!
-
Maxxansaa yalludhaa
Bareedaa/dduu koo guyyaa osoo sin argiin dabarsuuf yeroo hundu naf dukkaana An si yaaddun ala Hojii kan hin qabne jaala too /koo akkam mootii kiiyaa/Tiiyaa Onnee? Hin dagatiin Yoomuu Iddoo wayii namni baay’ee si jaalatu akka jiru